Luqaas 7:47 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo47 Kanaafis sittan hima, jaalalli ishee inni guddaan kun, cubbuun ishee inni baay'een akka dhiifameef mul'isa; xinnoon kan dhiifamuuf garuu, jaalala xinnoo argisiisa? jedhe. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa47 Kanaafuu ani sittin hima; sababii jaalalli ishee guddaa taʼeef cubbuun ishee baayʼeen sun isheef dhiifameera. Kan xinnoon dhiifameef garuu jaalalli isaa xinnoo dha.” See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ47 ከናፉ አን ስትን ህመ፤ ሰበቢ ጃለልሼ ጉዳ ተኤፍ ጩቡንሼ ባይኤን ሱን እሼፍ ዺፈሜረ። ከን ጥኖን ዺፈሜፍ ገሩ ጃለልሳ ጥኖዸ።” See the chapter |