Luqaas 7:39 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo39 Fariisichi isa waame sun kana yommuu arge, ?Namni kun dhugumaan raajii utuu ta'ee, isheen miilla isaa qaqqabdu kun dubartii attamii akka taate in beeka ture; isheenoo cubbamtuu dha? jedhee garaa isaatti yaade. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa39 Fariisichi isa affeere sunis waan kana argee, “Namichi kun utuu raajii taʼee, dubartiin isa tuqxu kun eenyu akka taate, nama akkamiis akka taate ni beeka ture; isheen cubbamtuudhaatii” jedhee garaa isaa keessatti yaade. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ39 ፈሪስች እሰ አፌሬ ሱንስ ዋን ከነ አርጌ፣ “ነምች ኩን ኡቱ ራጂ ተኤ፣ ዱበርቲን እሰ ቱቅጡ ኩን ኤኙ አከ ታቴ፣ ነመ አከሚስ አከ ታቴ ንቤከ ቱሬ፤ እሼን ጩበምቱዻቲ” ጄዼ ገራሳ ኬሰት ያዴ። See the chapter |