Luqaas 7:34 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo34 Ilmi namaa yommuu dhufe, in nyaata in dhugas; isin immoo ?Ilaa nama albaadhessaa fi machaa'aa kana, hidhata warra qaraxxuutii fi warra akka seeraatti hin jiraannee ti? jettu*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa34 Ilmi Namaa nyaachaa, dhugaas dhufe; isin immoo, ‘Kunoo albaadhessaa fi machaaʼaa, michuu qaraxxootaatii fi cubbamootaa’ jettu. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ34 እልም ነማ ኛቻ፣ ዹጋስ ዹፌ፤ እስንሞ፣ ‘ኩኖ አልባዼሳፊ መቻኣ፣ ምቹ ቀረጦታቲፊ ጩበሞታ’ ጄቱ። See the chapter |