Luqaas 7:31 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo31 Yesus itti dabalee, ?Dhaloota si'anaa kana maalittan fakkeessa? Maal fakkaatus? See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa31 Yesuus itti fufee akkana jedhe; “Yoos ani namoota dhaloota kanaa maaliinan wal fakkeessuu dandaʼa ree? Isaan maal fakkaatu? See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ31 ዬሱስ እት ፉፌ አከነ ጄዼ፤ “ዮስ አን ነሞተ ዸሎተ ከና ማሊነን ወል ፈኬሱ ደንደአሬ? እሳን ማል ፈካቱ? See the chapter |