Luqaas 7:28 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo28 ?Ani isinittan hima, nama ta'ee lafa irratti kan dhalate keessaa, Yohannis irra kan caalu hin jiru; garuu mootummaa Waaqayyootti inni hundumaa irra xinnaatu iyyuu isa irra in caala? jedhe. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa28 Ani isinittin hima; namoota dubartoota irraa dhalatan keessaa namni Yohannis cuuphaa caalu tokko iyyuu hin jiru; namni mootummaa Waaqaa keessatti nama hundumaa gad taʼe garuu isa ni caala.” See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ28 አን እስንትን ህመ፤ ነሞተ ዱበርቶተራ ዸለተን ኬሳ ነምን ዮሀንስ ጩጳ ጫሉ ቶኮዩ ህንጅሩ፤ ነምን ሞቱማ ዋቃ ኬሰት ነመ ሁንዱማ ገድ ተኤ ገሩ እሰ ንጫለ።” See the chapter |