Luqaas 7:27 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo27 Caaffanni qulqullaa'aan waa'ee isa kanaatiif, ?Ilaa ergamaa koo karaa kee akka siif qopheessuuf si dura nan erga*? jedhee dubbateera. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa27 Kunis isa waaʼeen isaa akkana jedhamee barreeffamee dha: “ ‘Kunoo, ani ergamaa koo isa fuula kee duraan karaa kee qopheessu, fuula kee dura nan erga.’ See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ27 ኩንስ እሰ ዋኤንሳ አከነ ጄዸሜ በሬፈሜዸ፦ “ ‘ኩኖ፣ አን ኤርገማኮ እሰ ፉለኬ ዱራን ከራኬ ቆጴሱ፣ ፉለኬ ዱረ ነንኤርገ።’ See the chapter |