Luqaas 7:16 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Hundumti isaaniis na'anii, ?Raajiin guddaan nu keessaa ka'eera; Waaqayyo saba isaa ilaaleera? jedhanii Waaqayyoof hooqubaa dhi'eessan*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 Hundi isaanii ni sodaatan; “Raajiin guddaan nu keessaa argameera. Waaqnis saba isaa gargaaruuf dhufeera” jedhanii Waaqaaf ulfina kennan. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 ሁንድሳኒ ንሶዳተን፤ “ራጂን ጉዳን ኑ ኬሳ አርገሜረ። ዋቅንስ ሰበሳ ገርጋሩፍ ዹፌረ” ጄዸኒ ዋቃፍ ኡልፍነ ኬነን። See the chapter |