Luqaas 7:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 Inni balbala kellaa mandarichaatti yommuu dhi'aate, kunoo namoonni reeffa baatanii itti dhufan; inni du'e immoo haadha hiyyeessaa tokkoof ilma tokkicha ture. Namoonni baay'eenis mandaricha keessaa haadha isaa wajjin duukaa in bu'u turan*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 Yommuu inni karra magaalattiitti dhiʼaatetti jarri tokko nama duʼe tokko baatanii isatti dhufan; namichi duʼe sunis haadha isaatiif ilma tokkicha ture; haati isaas haadha hiyyeessaa turte. Namoonni magaalattii baayʼeenis ishee wajjin turan. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 ዮሙ እን ከረ መጋለቲት ዽኣቴት ጀር ቶኮ ነመ ዱኤ ቶኮ ባተኒ እሰት ዹፈን፤ ነምች ዱኤ ሱንስ ሃዸሳቲፍ እልመ ቶክቸ ቱሬ፤ ሃትሳስ ሃዸ ህዬሳ ቱርቴ። ነሞትን መጋለቲ ባይኤንስ እሼ ወጅን ቱረን። See the chapter |