Luqaas 7:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 Ergasiis Yesus gara mandara Naayin jedhamuu in dhaqe; bartoonni isaa fi namoonni danuun isaa wajjin dhaqan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 Yesuus ergasii magaalaa Naayin jedhamtu tokko dhaqe; barattoonni isaatii fi namoonni baayʼeenis isa wajjin dhaqan. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 ዬሱስ ኤርገሲ መጋላ ናይን ጄዸምቱ ቶኮ ዸቄ፤ በረቶትንሳቲፊ ነሞትን ባይኤንስ እሰ ወጅን ዸቀን። See the chapter |