Luqaas 6:49 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo49 Namni dubbii koo dhaggeeffate hin raawwanne garuu, nama hundee mana isaa gad fageessee utuu hin dhaabin, biyyoo irratti ijaarrate fakkaata. Bishaanis guutee yommuu itti bu'etti, manichi tokkichumaan jige, jiguun isaas badduu baasa ta'e? jedhe. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa49 Namni dubbii koo dhagaʼee hojiidhaan hin argisiifne garuu nama lafa irratti mana hundee hin qabne ijaarratu tokko fakkaata. Yeroo lolaan humnaan itti buʼetti manni sun ni jige; guutumaan guutuuttis diigame.” See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ49 ነምን ዱቢኮ ዸገኤ ሆጂዻን ህንአርግሲፍኔ ገሩ ነመ ለፈረት መነ ሁንዴ ህንቀብኔ እጃረቱ ቶኮ ፈካተ። ዬሮ ሎላን ሁምናን እት ቡኤት መን ሱን ንጅጌ፤ ጉቱማን ጉቱትስ ዲገሜ።” See the chapter |