Luqaas 6:47 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo47 Gara koo kan dhufu, dubbii koos kan dhaggeeffatu, kan isa raawwatus, waan inni fakkaatu isinittan mul'isa. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa47 Namni gara koo dhufu, kan dubbii koo dhagaʼee hojiidhaan argisiisu hundi maal akka fakkaatu ani isinitti nan argisiisa. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ47 ነምን ገረኮ ዹፉ፣ ከን ዱቢኮ ዸገኤ ሆጂዻን አርግሲሱ ሁንድ ማል አከ ፈካቱ አን እስንት ነንአገርሲሰ። See the chapter |