Luqaas 6:40 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo40 Bartuun tokko barsiisaa isaa hin caalu; yoo ta'e illee guutummaatti erga barsiifamee, akka barsiisaa isaa ta'a*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa40 Barataan barsiisaa isaatii ol miti; namni guutumaan guutuutti leenjifame hundinuu garuu akka barsiisaa isaa ni taʼa. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ40 በረታን በርሲሳሳቲ ኦል ምት፤ ነምን ጉቱማን ጉቱት ሌንጅፈሜ ሁንድኑ ገሩ አከ በርሲሳሳ ንተአ። See the chapter |