Luqaas 6:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Innoo mana Waaqayyootti galee, buddeena ilaalchaa Waaqayyoof kan dhi'aate fudhatee nyaatee, namoota isaa wajjin turaniifis kenne; kun immoo luboota duwwaa irraa kan hafe warri kaan nyaachuun seeraan dhowwamee ture? jedhe*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Inni mana Waaqaa seenee buddeena qulqulleeffame kan luboota qofaaf eeyyamame fudhatee nyaate. Warra isa wajjin jiraniifis kenne.” See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 እን መነ ዋቃ ሴኔ ቡዴነ ቁልቁሌፈሜ ከን ሉቦተ ቆፋፍ ኤየመሜ ፉዸቴ ኛቴ። ወረ እሰ ወጅን ጅረኒፍስ ኬኔ።” See the chapter |