Luqaas 6:39 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo39 Yesus ammoo fakkeenya kana isaanitti hime; ?Namni jaamaan jaamaa akka isaatii karaa argisiisuu danda'aa? Lachanuus wal fudhatanii bowwaa keessa hin bu'anii ree*? See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa39 Innis akkana jedhee fakkeenya kana isaanitti hime; “Jaamaan tokko jaamaa qajeelchuu ni dandaʼaa? Isaan lachuu boolla keessa hin buʼanii? See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ39 እንስ አከነ ጄዼ ፈኬኘ ከነ እሳንት ህሜ፤ “ጃማን ቶኮ ጃማ ቀጄልቹ ንደንደኣ? እሳን ለቹ ቦለ ኬሰ ህንቡአኒ? See the chapter |