Luqaas 6:38 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo38 Kennaa, Waaqayyos isiniif in kenna; qodaa safaraa gaariitti dhidhiibamee kan nam'u, guutees kan irra dhangala'utu isiniif kennama; qodaa safaraa isin itti namaaf safartanitti, isiniif in safarama? jedhe*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda DhiΚΌaa38 Kennaa; isiniifis ni kennamaa. Safartuun gaariin itti hudumame, kan sochoofamee fi guutamee irra dhangalaΚΌe bobaa keessanitti isinii naqama. Safartuu ittiin safartaniinis isiniif safaramaatii.β See the chapterαα³α ααααα£ αα« α αα« αα«38 α¬αα€ α₯α΅ααα΅ αα¬ααα’ α°ααα±α ααͺα α₯α΅ αα±ααα£ α¨α αΆαΎααα αα°α α₯α¨ αΈαααα€ α¦α£α¬α°αα΅ α₯α΅α αααα’ α°ααα± α₯α²α α°ααα°ααα΅ α₯α΅αα α°αα¨αα²α’β See the chapter |