Luqaas 6:34 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo34 Warra isinii baasan duwwaadhaaf yoo liqeessitan galanni keessan maali ree? Warri hin amanne iyyuu isuma liqeessan deebisanii argachuudhaaf cubbamoota akka isaaniif in liqeessu*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa34 Warruma akka isiniif deebisan abdattaniif yoo liqeessitan galata maalii argattu? ‘Cubbamoonni iyyuu’ hammuma liqeessan sana deebisanii argachuuf jedhanii cubbamootaaf ni liqeessuutii. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ34 ወሩመ አከ እስኒፍ ዴብሰን አብደተኒፍ ዮ ልቄስተን ገለተ ማሊ አርገቱ? ‘ጩበሞትንዩ’ ሀሙመ ልቄሰን ሰነ ዴብሰኒ አርገቹፍ ጄዸኒ ጩበሞታፍ ንልቄሱቲ። See the chapter |