Luqaas 6:22 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo22 Ilma namaatiif jedhanii namoonni yommuu isin jibban, yommuu isin qoodan, yommuu isin arrabsan, yommuu maqaa keessan hadheessanis gammadaa*! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa22 Yommuu namoonni sababii Ilma Namaatiif jedhanii isin jibban, yommuu isaan of keessaa isin baasanii fi isin arrabsan, yommuu isaan maqaa keessan akka waan hamaa tokkootti tuffatan, isin eebbifamoo dha. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ22 ዮሙ ነሞትን ሰበቢ እልመ ነማቲፍ ጄዸኒ እስን ጅበን፣ ዮሙ እሳን ኦፍ ኬሳ እስን ባሰኒፊ እስን አረብሰን፣ ዮሙ እሳን መቃኬሰን አከ ዋን ሀማ ቶኮት ቱፈተን፣ እስን ኤብፈሞዸ። See the chapter |