Luqaas 6:20 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo20 Yommus inni gara isaaniitti gara galee bartoota isaa do'atee, isaanitti dubbate; ?Gammadaa isin gadadamoota nana, mootummaan Waaqayyoo kan keessan*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa20 Innis barattoota isaa ilaalee akkana jedhe: “Isin warri hiyyeeyyiin eebbifamoo dha; mootummaan Waaqaa kan keessaniitii. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ20 እንስ በረቶተሳ እላሌ አከነ ጄዼ፦ “እስን ወር ህዬዪን ኤብፈሞዸ፤ ሞቱማን ዋቃ ከንኬሰኒቲ። See the chapter |