Luqaas 6:18 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo18 Isaan kun isa dhaga'uudhaa fi, dhukkuba isaaniittiis fayyuudhaaf dhufan; warri hafuura hamaadhaan rakkachaa turanis in fayyan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa18 warri isa dhagaʼuu fi dhukkuba isaanii irraa fayyuuf dhufanis achi turan. Warri hafuurota xuraaʼoon dhiphachaa turanis ni fayyan; See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ18 ወር እሰ ዸገኡፊ ዹኩበሳኒራ ፈዩፍ ዹፈንስ አች ቱረን። ወር ሀፉሮተ ጡራኦን ዽጰቻ ቱረንስ ንፈየን፤ See the chapter |