Luqaas 6:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 Isaan garuu baay'ee aaran, achumaanis Yesusin maal gochuu akka danda'an walii wajjin mari'atan*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 Fariisonnii fi barsiistonni seeraa garuu akka malee aaranii Yesuusin maal gochuu akka dandaʼan waliin mariʼachuu jalqaban. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 ፈሪሶትኒፊ በርሲስቶትን ሴራ ገሩ አከ መሌ ኣረኒ ዬሱስን ማል ጎቹ አከ ደንደአን ወሊን መርአቹ ጀልቀበን። See the chapter |