Luqaas 5:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Simoonii fi isaa wajjin kan turan hundinuu waa'ee qurxummii danuu qabuu isaaniitiif na'anii, dinqifatan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Kunis sababii qurxummiin baayʼeen qabame sun Simʼoonii fi warra isa wajjin turan hunda dinqisiiseef; See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ኩንስ ሰበቢ ቁርጡሚን ባይኤን ቀበሜ ሱን ስምኦኒፊ ወረ እሰ ወጅን ቱረን ሁንደ ድንቅሲሴፍ፤ See the chapter |