Online Bible

- Advertisements -




Luqaas 5:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

8 Simoon Phexros waan ta'e kana yommuu arge, jilba Yesusitti kufee, ?Yaa gooftaa sitti dhi'aachuun anaaf hin ta'u, ani nama cubbamaa dha? jedhe.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

8 Simoon Phexrosis yommuu waan kana argetti jilba Yesuusitti kufee, “Yaa Gooftaa, ani nama cubbamaa dha; narraa fagaadhu!” jedhe.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

8 ስሞን ጴጥሮስስ ዮሙ ዋን ከነ አርጌት ጅልበ ዬሱስት ኩፌ፣ “ያ ጎፍታ፣ አን ነመ ጩበማዸ፤ ነራ ፈጋዹ!” ጄዼ።

See the chapter Copy




Luqaas 5:8

Follow us:

Advertisements


Advertisements