Luqaas 5:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Hiriyoonni isaanii bidiruu biraa keessa kan turan dhufanii akka isaan gargaaraniif hawwatan; isaanis dhufaniifii, baay'ina qurxummiitiif liqimfamuu hamma ga'anitti, bidiroota lachuu qurxummiidhaan guutan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda DhiΚΌaa7 Kanaafuu akka michoonni isaanii warri bidiruu kaan keessa turan dhufanii isaan gargaaraniif mallattoon waammatan; isaanis dhufanii bidiruu lachuu qurxummiidhaan guutan; bidiruuwwan sunis liqimfamuu jalqaban. See the chapterαα³α ααααα£ αα« α αα« αα«7 α¨αα α α¨ ααΎα΅αα³α αα α₯α΅α© α«α α¬α° α±α¨α αΉαα α₯α³α αααα¨αα αααΆα ααα°αα€ α₯α³αα΅ αΉαα α₯α΅α© ααΉ ααα‘αα»α αα°αα€ α₯α΅α©αα α±αα΅ αα ααα αααα αα’ See the chapter |