Luqaas 5:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Isaan kiyyoo isaanii yommuu darbatan, kiyyoon isaanii hamma tarsa'uu ga'utti, qurxummii danuu qabatan*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Isaanis kiyyoo isaanii darbatanii hamma kiyyoon isaanii ciccituu jalqabutti qurxummii akka malee baayʼee qabatan. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 እሳንስ ክዮሳኒ ደርበተኒ ሀመ ክዮንሳኒ ጭጭቱ ጀልቀቡት ቁርጡሚ አከ መሌ ባይኤ ቀበተን። See the chapter |