Luqaas 5:33 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo33 Yommus jarreen kun deebisanii Yesusitti dubbatanii, ?Bartoonni Yohannis si'a baay'ee in soomu in kadhatus, bartoonni Fariisotaas immoo akkasuma godhu, bartoonni kee garuu in nyaatu, in dhugus? jedhan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa33 Isaanis, “Barattoonni Yohannis yeroo baayʼee ni soomu; ni kadhatus; barattoonni Fariisotaas akkasuma godhu; barattoonni kee garuu ni nyaatu; ni dhugus” jedhaniin. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ33 እሳንስ፣ “በረቶትን ዮሀንስ ዬሮ ባይኤ ንሶሙ፤ ንከዸቱስ፤ በረቶትን ፈሪሶታስ አከሱመ ጎዹ፤ በረቶትንኬ ገሩ ንኛቱ፤ ንዹጉስ” ጄዸኒን። See the chapter |