Online Bible

- Advertisements -




Luqaas 5:30 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

30 Yommus Fariisonnii fi barsiisonni seeraa bartoota Yesus irratti guungumanii, ?Warra qaraxxuudhaa fi warra akka seeraatti hin jiraannee wajjin maaliif nyaattu? Maaliif dhugdus?? jedhanii gaafatan*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

30 Fariisonnii fi Barsiistonni seeraa kanneen garee isaanii taʼan garuu, “Isin maaliif qaraxxootaa fi cubbamoota wajjin nyaattanii dhugdu?” jedhanii barattoota isaatti guunguman.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

30 ፈሪሶትኒፊ በርሲስቶትን ሴራ ከኔን ገሬሳኒ ተአን ገሩ፣ “እስን ማሊፍ ቀረጦታፊ ጩበሞተ ወጅን ኛተኒ ዹግዱ?” ጄዸኒ በረቶተሳት ጉንጉመን።

See the chapter Copy




Luqaas 5:30

Follow us:

Advertisements


Advertisements