Online Bible

- Advertisements -




Luqaas 5:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

3 Bidiroota sana keessaa isa kan Simoon yaabee, Simoonin bidiruu isaa bishaanitti buusee, qarqara irraa xinnoo ishee gara gidduutti akka butuuf gaafate; achumaan taa'ee, bidiricha irraa jara in barsiisa ture*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

3 Innis bidiruuwwan sana gidduudhaa ishee kan Simoon taate tokko yaabbate; akka inni qarqara lafaa irraa gara gidduu bishaaniitti xinnoo achi butus isa kadhate. Yesuusis bidiruu sana irra taaʼee namoota barsiisuu jalqabe.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

3 እንስ ብድሩወን ሰነ ግዱዻ እሼ ከን ስሞን ታቴ ቶኮ ያበቴ፤ አከ እን ቀርቀረ ለፋራ ገረ ግዱ ብሻኒት ጥኖ አች ቡቱስ እሰ ከዸቴ። ዬሱስስ ብድሩ ሰነረ ታኤ ነሞተ በርሲሱ ጀልቀቤ።

See the chapter Copy




Luqaas 5:3

Follow us:

Advertisements


Advertisements