Online Bible

- Advertisements -




Luqaas 5:26 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

26 Yommus hundumti isaanii abjuu ta'anii, Waaqayyoof hooqubaa dhi'eessan; naasuunis isaan qabate, ?Har'a dinqii takkaa hin ta'in argine? jedhan.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

26 Hundi isaaniis dinqifatanii Waaqa jajan. Sodaadhaanis guutamanii, “Nu harʼa waan takkumaa hin taʼin argine” jedhan.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

26 ሁንድሳኒስ ድንቅፈተኒ ዋቀ ጀጀን። ሶዳዻንስ ጉተመኒ፣ “ኑ ሀርአ ዋን ተኩማ ህንተእን አርግኔ” ጄዸን።

See the chapter Copy




Luqaas 5:26

Follow us:

Advertisements


Advertisements