Online Bible

- Advertisements -




Luqaas 5:24 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

24 Garuu ilmi namaa lafa irratti dhiifamuu cubbuu kennuudhaaf aboo akka qabu beekaa!? jedhe. Achumaanis isa dhagni isaa gar tokko du'een, ?Sittan hima, ka'iitii siree kee fudhadhuu mana keetti gali!? jedheen*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

24 Ani garuu akka Ilmi Namaa cubbuu namaaf dhiisuudhaaf lafa irratti taayitaa qabu akka beektan nan barbaada.” Kanaafuu inni namicha dhagni irratti duʼe sanaan, “Ani sitti nan hima; kaʼi; siree kee fudhadhuutii mana keetti gali” jedhe.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

24 አን ገሩ አከ እልም ነማ ጩቡ ነማፍ ዺሱዻፍ ለፈረት ታይታ ቀቡ አከ ቤክተን ነንበርባደ።” ከናፉ እን ነምቸ ዸግን እረት ዱኤ ሰናን፣ “አን ስት ነንህመ፤ ከእ፤ ስሬኬ ፉዸዹቲ መነኬት ገል” ጄዼ።

See the chapter Copy




Luqaas 5:24

Follow us:

Advertisements


Advertisements