Luqaas 5:23 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo23 Kamtu salphaa dha? Cubbuun kee siif dhiifameera jechuu moo yookiis ka'iitii adeemi jechuu? See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa23 ‘Cubbuun kee siif dhiifameera’ jechuu moo ‘Kaʼii deemi’ jechuutu salphaa dha? See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ23 ‘ጩቡንኬ ሲፍ ዺፈሜረ’ ጄቹሞ ‘ከኢ ዴም’ ጄቹቱ ሰልጳዸ? See the chapter |