Online Bible

- Advertisements -




Luqaas 5:21 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

21 Barsiisonni seeraatii fi Fariisonni, ?Eenyu namichi Waaqayyoon arrabsu kun? Waaqayyo duwwaa malee eenyutu cubbuu namaaf dhiisuu danda'a?? jedhanii guungumuu jalqaban*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

21 Fariisonnii fi barsiistonni seeraas, “Namichi Waaqa arrabsu kun eenyu? Waaqa tokkicha malee eenyutu cubbuu namaaf dhiisuu dandaʼa?” jedhanii garaa isaaniitti yaaduu jalqaban.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

21 ፈሪሶትኒፊ በርሲስቶትን ሴራስ፣ “ነምች ዋቀ አረብሱ ኩን ኤኙ? ዋቀ ቶክቸ መሌ ኤኙቱ ጩቡ ነማፍ ዺሱ ደንደአ?” ጄዸኒ ገራሳኒት ያዱ ጀልቀበን።

See the chapter Copy




Luqaas 5:21

Follow us:

Advertisements


Advertisements