Luqaas 5:20 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo20 Yesus amantii jarreen kanaa yommuu arge isa dhukkubsataadhaan, ?Namicha nana, cubbuun kee hundinuu siif dhiifameera? jedhe*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa20 Yesuusis yommuu amantii isaanii argetti, “Namichoo, cubbuun kee siif dhiifameera” jedhe. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ20 ዬሱስስ ዮሙ አመንቲሳኒ አርጌት፣ “ነምቾ፣ ጩቡንኬ ሲፍ ዺፈሜረ” ጄዼ። See the chapter |