Luqaas 5:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Bidiruu lama qarqara bishaanichaatti hidhamanii arge; qurxummi-qabduunis keessaa ba'anii kiyyoo isaanii in dhiqu turan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 bidiruuwwan lama ededa bishaanichaa irratti arge; qurxummii qabdoonni garuu keessaa baʼanii kiyyoo isaanii miicachaa turan. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ብድሩወን ለመ ኤዴደ ብሻንቻረት አርጌ፤ ቁርጡሚ ቀብዶትን ገሩ ኬሳ በአኒ ክዮሳኒ ሚጨቻ ቱረን። See the chapter |