Online Bible

- Advertisements -




Luqaas 5:19 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

19 Garuu baay'ina namootaatiif karaa dhabnaan, mana yaabsisan; bantii mana [biyya sanaa isa diriiraa] saaqanii, akkuma siree irra ciisetti Yesus duratti gad buusan.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

19 Sababii baayʼina namaatiifis karaa ittiin ol isa galchan dhabnaan bantii manaatti ol baʼanii qadaada bantii manaa saaqanii walakkaa namootaatiin fuula Yesuus duratti siree isaatiin gad isa buusan.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

19 ሰበቢ ባይእነ ነማቲፍስ ከራ እቲን ኦል እሰ ገልቸን ዸብናን በንቲ መናት ኦል በአኒ ቀዳደ በንቲ መና ሳቀኒ ወለካ ነሞታቲን ፉለ ዬሱስ ዱረት ስሬሳቲን ገድ እሰ ቡሰን።

See the chapter Copy




Luqaas 5:19

Follow us:

Advertisements


Advertisements