Online Bible

- Advertisements -




Luqaas 5:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

15 Haa ta'u iyyuu malee, waa'een isaa caalaatti odeeffamnaan, namoonni lakkoobsa hin qabne isa dhaga'uudhaa fi dhukkuba isaaniittiis fayyifamuudhaaf gara isaatti dacha'an.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

15 Haa taʼuu malee oduun waaʼee isaa ittuma caalee facaʼe; namoonni hedduunis isa dhagaʼuu fi dhukkuba isaanii irraa fayyuuf jedhanii gara isaa dhufaa turan.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

15 ሃተኡ መሌ ኦዱን ዋኤሳ እቱመ ጫሌ ፈጨኤ፤ ነሞትን ሄዱንስ እሰ ዸገኡፊ ዹኩበሳኒራ ፈዩፍ ጄዸኒ ገረሳ ዹፋ ቱረን።

See the chapter Copy




Luqaas 5:15

Follow us:

Advertisements


Advertisements