Luqaas 4:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Yesus immoo deebisee, ? ?Waaqayyo gooftaa keetiif jilbeenfattee sagadi, isa duwwaafis hojjedhu!? kan jedhu caafameera? jedheen*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Yesuus immoo, “ ‘Waaqa kee Gooftichaaf sagadi, isuma qofa tajaajili’ jedhamee barreeffameera” jedhee deebiseef. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ዬሱስሞ፣ “ ‘ዋቀኬ ጎፍትቻፍ ሰገድ፣ እሱመ ቆፈ ተጃጅል’ ጄዸሜ በሬፈሜረ” ጄዼ ዴብሴፍ። See the chapter |