Luqaas 4:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Achumaan immoo, ?Kana hundumaa irratti aboo siif nan kenna, ulfina isaaniis siif nan dabala, isaan kun hundinuu anatti dabarfamaniiru; anis immoo abbaa ani jaalladheef nan kenna*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Akkanas jedheen; “Ani taayitaa isaaniitii fi ulfina isaanii hundumaa siifin kenna; taayitaa fi ulfinni kun waan naa kennameef ani abbaa kennuufii barbaadeef kennuu nan dandaʼa. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 አከነስ ጄዼን፤ “አን ታይታሳኒቲፊ ኡልፍነሳኒ ሁንዱማ ሲፍን ኬነ፤ ታይታፊ ኡልፍን ኩን ዋን ናፍ ኬነሜፍ አን አባን ኬኑፊ በርባዴፍ ኬኑ ነንደንደአ። See the chapter |