Luqaas 4:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Seexanichi itti aansee iddoo ol jedhaatti isa geessee, hamma liphsuu ijaatti mootummoota biyya lafaa guutummaatti isatti argisiise. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Diiyaabiloosis gaara dheeraa tokkotti ol isa baasee hamma liphsuu ijaatti mootummoota addunyaa hunda isatti argisiise. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ዲያብሎስስ ጋረ ዼራ ቶኮት ኦል እሰ ባሴ ሀመ ልጵሱ እጃት ሞቱሞተ አዱኛ ሁንደ እሰት አርግሲሴ። See the chapter |