Luqaas 4:39 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo39 Kanaaf itti dhi'aatee siree ishee bukkee dhaabatee, dhukkuba dhagna-gubaa sana ifate. Dhukkubichis ishee dhiise; isheen immoo yommusuma kaatee isaan keessumsiifte. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa39 Innis isheetti gad jedhee, dhagna gubaa sana ifate; dhagna gubaan sunis ishee dhiise. Isheenis yeruma sana kaatee isaan tajaajiluu jalqabde. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ39 እንስ እሼት ገድ ጄዼ፣ ዸግነ ጉባ ሰነ እፈቴ፤ ዸግነ ጉባን ሱንስ እሼ ዺሴ። እሼንስ ዬሩመ ሰነ ካቴ እሳን ተጃጅሉ ጀልቀብዴ። See the chapter |