Luqaas 4:36 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo36 Kana irratti isaan hundinuu na'anii dinqifatanii, ?Maal dubbiin akkasii? Hafuurota hamootas aboodhaa fi humnaan abbooma; isaanis in ba'u? waliin jedhan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa36 Namoonni hundinuu dinqifatanii, “Maal barsiisni akkanaa! Inni taayitaadhaan, humnaanis hafuurota xuraaʼoo ni ajaja; isaanis ni baʼu” waliin jedhan. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ36 ነሞትን ሁንድኑ ድንቅፈተኒ፣ “ማል በርሲስን አከና! እን ታይታዻን፣ ሁምናንስ ሀፉሮተ ጡራኦ ንአጀጀ፤ እሳንስ ንበኡ” ወሊን ጄዸን። See the chapter |