Luqaas 4:35 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo35 Yesus immoo, ?Gab jedhi, keessaas ba'i!? jedhe hafuuricha hamaa ifate. Yommus hafuurri hamaan sun namoota gidduutti namicha kuffisee, waan tokkoon illee utuu isa hin miidhin keessaa ba'e. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa35 Yesuus immoo, “Calʼisii isa keessaa baʼi!” jedhee ifate. Hafuurri hamaan sunis isaan hunda duratti namicha kuffisee utuu hin miidhin isa keessaa baʼe. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ35 ዬሱስሞ፣ “ጨልእሲ እሰ ኬሳ በእ!” ጄዼ እፈቴ። ሀፉር ሀማን ሱንስ እሳን ሁንደ ዱረት ነምቸ ኩፍሴ ኡቱ ህንሚዽን እሰ ኬሳ በኤ። See the chapter |