Luqaas 4:27 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo27 Akkasumas bara Elsaai raajichaatti Israa'el keessa dhukkuba lamxii kan qaban namoota baay'eetu ture; garuu Na'amaan namicha Soriyaa sana duwwaa malee, warra kaan keessaa tokko illee hin qulloofne? jedhe*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa27 Bara Elsaaʼi raajichaas namoota lamxaaʼan hedduutu Israaʼel keessa ture; garuu Naʼamaan, namicha Sooriyaa tokkicha sana malee warra kaan keessaa namni tokko iyyuu hin qulqulloofne ture.” See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ27 በረ ኤልሳእ ራጅቻስ ነሞተ ለምጣአን ሄዱቱ እስራኤል ኬሰ ቱሬ፤ ገሩ ነአማን፣ ነምቸ ሶርያ ቶክቸ ሰነ መሌ ወረ ካን ኬሳ ነምን ቶኮዩ ህንቁልቁሎፍኔ ቱሬ።” See the chapter |