Online Bible

- Advertisements -




Luqaas 4:26 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

26 Garuu Eliyaas gara haadha hiyyeessaa mandara Saraaphtaa, kutaa biyya Sidoon keessa jiraatutti malee, warra kaan keessaa gara tokkotti illee hin ergamne*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

26 Taʼus Eeliyaas gara haadha hiyyeessaa magaalaa Saraaphtaa biyya Siidoon keessa jiraattu tokkootti ergame malee haadhota hiyyeessaa sana keessaa gara tokkoo isaaniitti illee hin ergamne.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

26 ተኡስ ኤልያስ ገረ ሃዸ ህዬሳ ከን መጋላ ሰሬፕታ ብየ ሲዶን ኬሰ ጅራቱ ቶኮት ኤርገሜ መሌ ዱበርቶተ ሰነ ኬሳ ገረ ቶኮሳኒትሌ ህንኤርገምኔ።

See the chapter Copy




Luqaas 4:26

Follow us:

Advertisements


Advertisements