Luqaas 4:25 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo25 Bara Eliyaas raajichaatti yommuu waggaa sadii fi ji'a ja'a bokkaan bade, biyya sana hundumaattis beelli guddaan ta'e, haadhotiin hiyyeessaa baay'een Israa'el keessa akka turan dhugaa dha*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa25 Ani dhuguman isiniin jedha; bara Eeliyaas yeroo samiin waggaa sadii fi walakkaa cufamee beelli hamaan buʼeetti haadhota hiyyeessaa baayʼeetu Israaʼel keessa ture. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ25 አን ዹጉመን እስኒን ጄዸ፤ በረ ኤልያስ ዬሮ ሰሚን ወጋ ሰዲፊ ወለካ ጩፈሜ ቤል ሀማን ቡኤት ሃዾተ ህዬሳ ባይኤቱ እስራኤል ኬሰ ቱሬ። See the chapter |