Online Bible

- Advertisements -




Luqaas 4:22 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

22 Kana irratti hundinuu dhugaa galchaniifii, dubbii gaarii afaan isaa keessaa ba'utti dinqifachaa, ?Kun ilma Yoseef miti moo?? jedhanii gaafatan*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

22 Hundi isaanii waaʼee isaa waan gaarii dubbachaa turan; dubbii ayyaan qabeessa afaan isaatii baʼus ni dinqisiifatan. Isaanis, “Kun ilma Yoosef mitii?” jedhanii gaafatan.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

22 ሁንድሳኒ ዋኤሳ ዋን ጋሪ ዱበቻ ቱረን፤ ዱቢ አያነ ቀቤሰ አፋንሳቲ በኡስ ንድንቅሲፈተን። እሳንስ፣ “ኩን እልመ ዮሴፍ ምቲ?” ጄዸኒ ጋፈተን።

See the chapter Copy




Luqaas 4:22

Follow us:

Advertisements


Advertisements