Luqaas 4:20 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo20 Macaafichas maree, isa mana sagadaa sana keessa ergamutti kennee taa'e; warri mana sagadaa sana keessa turan hundinuus ija isaanii isa irratti irraanfatan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa20 Innis kitaabicha cufee tajaajiltichatti deebisee kennee taaʼe; warri mana sagadaa sana keessa turan hundinuus xiyyeeffatanii isa ilaalaa turan. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ20 እንስ ክታብቸ ጩፌ ተጃጅልትቸት ዴብሴ ኬኔ ታኤ፤ ወር መነ ሰገዳ ሰነ ኬሰ ቱረን ሁንድኑስ ጥዬፈተኒ እሰ እላላ ቱረን። See the chapter |