Online Bible

- Advertisements -




Luqaas 4:18 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

18 Inni, ?Hafuurri gooftichaa ana irra jira, sagalee misraachoo warra gadadamootti himuudhaaf na dibeera; warra booji'amanitti akka gad dhiifaman labsuudhaaf; warra jaamaniif agartuu isaanii deebisuudhaaf; warra cunqurfaman luba baasuudhaaf;

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

18 “Hafuurri Gooftaa narra jira; akka ani hiyyeeyyiitti oduu gaarii lallabuuf, inni na dibeeraatii. Inni akka ani akka warri hidhaman hiikaman, akka warri jaaman argan, akka warri cunqurfamanis bilisa baʼan lallabuuf na ergeera;

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

18 “ሀፉር ጎፍታ ነረ ጅረ፤ አከ አን ህዬዪት ኦዱ ጋሪ ለለቡፍ፣ እን ነ ድቤራቲ። እን አከ አን አከ ወር ህዸመን ሂከመን፣ አከ ወር ጃመን አርገን፣ አከ ወር ጩንቁርፈመንስ ብልሰ በአን ለለቡፍ ነ ኤርጌረ፤

See the chapter Copy




Luqaas 4:18

Follow us:

Advertisements


Advertisements