Luqaas 4:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Kana booddee Yesus humna hafuura qulqulluutiin gara Galiilaatti deebi'e. Oduun isaas biyya naannoo sana jiru hundumaatti odeeffame. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 Yesuus humna Hafuuraatiin Galiilaatti deebiʼe; oduun waaʼee isaas baadiyyaa guutuu keessa faffacaʼe. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 ዬሱስ ሁምነ ሀፉራቲን ገሊላት ዴብኤ፤ ኦዱን ዋኤሳስ ባድያ ጉቱ ኬሰ ፈፈጨኤ። See the chapter |