Online Bible

- Advertisements -




Luqaas 3:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

8 Ammas yaada garaa geddarachuun keessan ija gaarii haa godhatu! Abbaan keenya Abrahaamii dha jettanii of hin jabeessinaa; Waaqayyo, Abrahaamiif dhagoota kanattii ijoollee kaasuu akka danda'u isinittan hima*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

8 Egaa ija qalbii jijjiirrannaa mirkaneessu naqadhaa. Isin, ‘Abbaan keenya Abrahaamii dha’ ofiin jechuu hin jalqabinaa. Waaqni dhagoota kanneen irraa Abrahaamiif ijoollee kaasuu akka dandaʼu ani isinittan himaatii.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

8 ኤጋ እጀ ቀልቢ ጅጂረትና ምርከኔሱ ነቀዻ። እስን፣ ‘አባንኬኘ አብረሃሚዸ’ ኦፊን ጄቹ ህንጀልቀብና። ዋቅን ዸጎተ ከኔንራ አብረሃሚፍ እጆሌ ካሱ አከ ደንደኡ አን እስንት ነንህማቲ።

See the chapter Copy




Luqaas 3:8

Follow us:

Advertisements


Advertisements