Online Bible

- Advertisements -




Luqaas 3:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

7 Akkuma kanaattis Yohannis, namoota cuuphamuudhaaf baay'atanii gara isaatti ba'an, gorsuutti ka'ee, ?Isin ijoollee mar'ataa nana, dheekkamsa isinitti bu'uuf jiru jalaa akka baqattaniif, eenyutu isin yaadachiise*?

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

7 Yohannisis warra harka isaatti cuuphamuuf dhufaniin akkana jedhe; “Isin ijoollee buutii nana! Dheekkamsa dhufu jalaa akka baqattaniif eenyutu isinitti hime?

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

7 ዮሀንስስ ወረ ሀርከሳት ጩጰሙፍ ዹፈኒን አከነ ጄዼ፤ “እስን እጆሌ ቡቲነነ! ዼከምሰ ዹፉ ጀላ አከ በቀተኒፍ ኤኙቱ እስንት ህሜ?

See the chapter Copy




Luqaas 3:7

Follow us:

Advertisements


Advertisements